Maarqos 8:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Innis namicha qaro dhabeessa sana harka isaa qabee ganda sana keessaa baase. Ija isaa irratti erga tufee+ boodas, harka isaa isa irra kaaʼee, “Wanti sitti mulʼatu jiraa?” jedhee isa gaafate.
23 Innis namicha qaro dhabeessa sana harka isaa qabee ganda sana keessaa baase. Ija isaa irratti erga tufee+ boodas, harka isaa isa irra kaaʼee, “Wanti sitti mulʼatu jiraa?” jedhee isa gaafate.