LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 7:32, 33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Iddoo kanatti nama gurri isaa hin dhageenyee fi arrabni isaa hidhame tokko gara isaatti fidanii+ akka inni harka isaa isa irra kaaʼu isa kadhatan. 33 Innis namoota sana gidduudhaa kophaatti isa baase. Achiis quba isaa gurra namichaa keessa galche; erga tufee boodas arraba namichaa tuqe.+

  • Yohaannis 9:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yesuus utuu karaa irra darbaa jiruu namicha qaro dhabeessa taʼee dhalate tokko arge.

  • Yohaannis 9:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Wantoota kana erga dubbatee booda, lafatti tufee hancufa isaatiin biyyoo bukeesse; dhoqqee sanas ija namichaatti dibee,+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi