-
Maatewos 9:32, 33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Isaan yommuu achii deemanis, jarri tokko nama arrabni isaa hidhamee fi jinniidhaan qabame+ tokko gara isaatti fidan; 33 jinniin sun erga isa keessaa baʼee booda, namichi arrabni isaa hidhame sun dubbachuu jalqabe.+ Namoonni hedduun sunis baayʼee dinqisiifatanii, “Wanti akkanaa matumaa Israaʼel keessatti mulʼatee hin beeku”+ jedhan.
-