Maarqos 8:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Innis namicha qaro dhabeessa sana harka isaa qabee ganda sana keessaa baase. Ija isaa irratti erga tufee+ boodas, harka isaa isa irra kaaʼee, “Wanti sitti mulʼatu jiraa?” jedhee isa gaafate. Yohaannis 9:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Wantoota kana erga dubbatee booda, lafatti tufee hancufa isaatiin biyyoo bukeesse; dhoqqee sanas ija namichaatti dibee,+
23 Innis namicha qaro dhabeessa sana harka isaa qabee ganda sana keessaa baase. Ija isaa irratti erga tufee+ boodas, harka isaa isa irra kaaʼee, “Wanti sitti mulʼatu jiraa?” jedhee isa gaafate.
6 Wantoota kana erga dubbatee booda, lafatti tufee hancufa isaatiin biyyoo bukeesse; dhoqqee sanas ija namichaatti dibee,+