LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Luqaas 13:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Geggeessaan mana sagadaa sun garuu Yesuus guyyaa Sanbataatti waan fayyiseef aaree, namoota sanaan, “Guyyoonni hojiin itti hojjetaman jaʼa jiru;+ kanaafuu, guyyaa Sanbataatti utuu hin taʼin, guyyoota sanatti kottaa fayyifamaa”+ jedhe.

  • Yohaannis 5:8, 9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yesuusis, “Kaʼi! Afata* kee baadhuutii deemi!”+ isaan jedhe. 9 Namichis yeruma sana fayye; afata* isaas baatee deemuu jalqabe.

      Guyyaan sun Sanbata ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi