-
Luqaas 12:51Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
51 Ani lafa irratti nagaa fiduuf waanan dhufe isinitti fakkaataa? Lakki, ani isinitti nan hima, qoqqooduufan dhufe.+
-
-
Yohaannis 7:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Namoota sana gidduuttis waaʼee isaa gungummii hedduutu jira ture. Tokko tokko, “Inni nama gaarii dha” jedhu turan. Kaan immoo, “Inni nama gaarii miti. Namoota dogoggorsa” jedhu turan.+
-
-
Yohaannis 7:43Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
43 Kanaafuu, isa ilaalchisee namoota sana gidduutti wal qoqqooduun ni uumame.
-
-
Yohaannis 10:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Yesuus wantoota kana waan dubbateef ammas Yihudoota gidduutti wal qoqqooduun ni uumame.+
-