LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 10:34-36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Lafa irratti nagaa fiduuf kanan dhufe isinitti hin fakkaatin; ani goraadee fiduuf malee nagaa fiduuf hin dhufne.+ 35 Ani, ilma abbaa isaa irraa, intala haadha ishii irraa, akkasumas haadha manaa ilmaa amaatii ishii irraa gargar baasuufan+ dhufe. 36 Dhuguma iyyuu, namni tokko miseensonni maatii isaa diinota isatti taʼu.

  • Yohaannis 7:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Kaan immoo, “Kun Kiristoosi”+ jedhu turan. Tokko tokko garuu akkana jedhu turan: “Kiristoos Galiilaadhaa dhufaa?+

  • Yohaannis 7:43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 43 Kanaafuu, isa ilaalchisee namoota sana gidduutti wal qoqqooduun ni uumame.

  • Yohaannis 9:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yeroo kanatti Fariisota keessaa tokko tokko, “Namichi kun Sanbata waan hin kabajneef, Waaqayyo biraa kan dhufe miti”+ jedhan. Warri kaan garuu, “Namni cubbamaan akkamitti dinqiiwwan akkanaa hojjechuu dandaʼa?”+ jedhan. Kanaan kan kaʼes, isaan gidduutti wal qoqqooduun ni uumame.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi