18 “Hafuurri Yihowaa ana irra jira; sababiin isaas, inni hiyyeeyyiidhaaf misiraachoo akkan labsu na dibeera. Warra boojiʼamaniif bilisa baʼuu, warra ijji isaanii jaameefis qaroon isaanii akka isaaniif deebiʼu akkan labsu, akkasumas warra cunqurfaman bilisa akkan baasuu+ fi