1 Pheexiros 1:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 kana kan godhe dhaala hin badne, hin xuroofnee fi hin mancaane akka argannuufi.+ Kunis samii keessatti isiniif kaaʼameera;+ 5 isin amantii waan qabdaniif, fayyina bara dhumaatti humna Waaqayyootiin mulʼatu sanaaf eegamtaniittu.
4 kana kan godhe dhaala hin badne, hin xuroofnee fi hin mancaane akka argannuufi.+ Kunis samii keessatti isiniif kaaʼameera;+ 5 isin amantii waan qabdaniif, fayyina bara dhumaatti humna Waaqayyootiin mulʼatu sanaaf eegamtaniittu.