1 Qorontos 15:53 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 53 Inni tortoru kun isa hin tortorre uffachuu qaba,+ inni duʼu kunis isa hin duune uffachuu qaba.+ 2 Ximotewos 1:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 amma garuu mulʼachuu Fayyisaa keenya Kiristoos Yesuus,+ isa duʼa balleessee+ karaa misiraachichaa+ jireenyaa fi qaama hin tortorre+ irratti ifni akka ifu godhe+ sanaatiin akka gaariitti beekameera; 1 Pheexiros 5:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Dura buutuun tiksitootaa+ yommuu mulʼifamu, gonfoo ulfinaa isa badaa hin deemne argattu.+
10 amma garuu mulʼachuu Fayyisaa keenya Kiristoos Yesuus,+ isa duʼa balleessee+ karaa misiraachichaa+ jireenyaa fi qaama hin tortorre+ irratti ifni akka ifu godhe+ sanaatiin akka gaariitti beekameera;