6 Wantoota kana erga dubbatee booda, lafatti tufee hancufa isaatiin biyyoo bukeesse; dhoqqee sanas ija namichaatti dibee,+ 7 “Dhaqiitii bishaan kuufamaa Siiloʼaamitti dhiqadhu” isaan jedhe (Siiloʼaam jechuun, “Kan Ergame” jechuu dha). Namichis dhaqee dhiqate; achiis ilaalaa deebiʼee dhufe.+