-
Maatewos 16:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Yesuus yeroo sanaa jalqabee, gara Yerusaalem dhaquu akka qabu, maanguddoonni, dura buutonni lubootaa fi barsiisonni seeraa dhiphina guddaa akka isa irra geessisan, akka ajjeefamuu fi guyyaa sadaffaatti duʼaa akka kaafamu+ barattoota isaatiif ibsuu jalqabe.
-
-
Roomaa 14:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Kiristoos sababii kanaaf, jechuunis warra duʼan irrattis taʼe warra jiran irratti Gooftaa taʼuu akka dandaʼuuf duʼeera, deebiʼees jiraateera.+
-
-
1 Qorontos 15:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Yaa gowwaa nana! Wanti ati facaastu jalqaba yoo duʼe malee jiraataa hin taʼu.
-