LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 14:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Dhaqee ergan iddoo isiniif qopheessee booda, isinis iddoo ani jiru akka jiraattaniif deebiʼee dhufeen iddoo ani jirutti isin fudhadha.+

  • Yohaannis 17:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yaa Abbaa, warri ati anaaf kennite bakka ani jiru anaa wajjin akka taʼan nan barbaada;+ kunis, ulfina koo isa ati addunyaan hundeeffamuu isaa dura waan na jaallatteef naaf kennite akka arganiifi.+

  • 1 Tasalonqee 4:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Sana booda nuti warri lubbuudhaan turru, isaanii wajjin taʼuu fi qilleensa irratti Gooftaa wajjin wal arguuf+ duumessaan ol ni butamna;+ akka kanaan yeroo hunda Gooftaa wajjin ni jiraanna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi