LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 17:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Yaa Abbaa, warri ati anaaf kennite bakka ani jiru anaa wajjin akka taʼan nan barbaada;+ kunis, ulfina koo isa ati addunyaan hundeeffamuu isaa dura waan na jaallatteef naaf kennite akka arganiifi.+

  • Roomaa 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kanaafuu, nuti ijoollee yoo taane dhaaltota, jechuunis dhaaltota Waaqayyoo ti; haa taʼu malee, kan dhaallu Kiristoosii wajjini,+ isaa wajjin yoo dhiphanne+ isaa wajjin ulfina ni arganna.+

  • Filiphisiyus 1:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ani gadhiifamuu fi Kiristoosii wajjin taʼuu isa shakkii tokko malee hunda irra wayyu waanan hawwuuf,+ wantoota kana lamaan gidduutti dhiphachaan jira.+

  • 1 Tasalonqee 4:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 sababiin isaas, Gooftaan ofuma isaatiin sagalee ajajaatiin, sagalee hogganaa maleekotaa+ fi malakata Waaqayyootiin samii irraa gad ni buʼa; warri Kiristoosii wajjin tokkummaa qabaatanii duʼanis jalqaba ni kaʼu.+ 17 Sana booda nuti warri lubbuudhaan turru, isaanii wajjin taʼuu fi qilleensa irratti Gooftaa wajjin wal arguuf+ duumessaan ol ni butamna;+ akka kanaan yeroo hunda Gooftaa wajjin ni jiraanna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi