Yohaannis 6:64 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 64 Haa taʼu malee, isin keessaa kan hin amanne tokko tokko jiru.” Yesuus kana kan jedhe, warri hin amanne eenyu akka taʼanii fi dabarsee kan isa kennu eenyu akka taʼe jalqabumaa kaasee waan beekuuf ture.+
64 Haa taʼu malee, isin keessaa kan hin amanne tokko tokko jiru.” Yesuus kana kan jedhe, warri hin amanne eenyu akka taʼanii fi dabarsee kan isa kennu eenyu akka taʼe jalqabumaa kaasee waan beekuuf ture.+