-
Maatewos 9:3, 4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Yeroo kanatti barsiisonni seeraa tokko tokko, “Namni kun Waaqayyoon arrabsaa jira” jedhanii yaadan. 4 Yesuusis yaada isaanii hubatee akkana jedhe: “Garaa keessanitti maaliif wanta hamaa yaaddu?+
-
-
Yohaannis 13:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Sababiin isaas, inni nama dabarsee isa kennu beeka ture.+ “Qulqulluu kan taʼe hunda keessan miti” kan jedhe kanaaf ture.
-