LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 9:3, 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yeroo kanatti barsiisonni seeraa tokko tokko, “Namni kun Waaqayyoon arrabsaa jira” jedhanii yaadan. 4 Yesuusis yaada isaanii hubatee akkana jedhe: “Garaa keessanitti maaliif wanta hamaa yaaddu?+

  • Maarqos 2:6-8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Yeroo kanatti barsiisonni seeraa achi turan tokko tokko taaʼanii garaa isaaniitti akkana jedhanii yaadu turan:+ 7 “Namni kun maaliif akkana jedha? Inni Waaqayyoon arrabsaa jira. Waaqa tokkicha malee eenyutu cubbuudhaaf dhiifama gochuu dandaʼa?”+ 8 Yesuus garuu yeruma sana isaan garaa isaaniitti kana yaadaa akka jiran hafuura isaatiin waan hubateef akkana isaaniin jedhe: “Garaa keessanitti maaliif wantoota akkanaa yaaddu?+

  • Yohaannis 1:47, 48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Yesuus utuu Naatnaaʼel gara isaa dhufuu argee waaʼee isaa, “Ilaa, nama Israaʼel isa dhugaa, isa haxxummaan keessa hin jirre”+ jedhe. 48 Yeroo kanatti Naatnaaʼel, “Akkamitti na beekte?” isaan jedhe. Yesuusis, “Filiphoos si waamuu isaa dura, utuu ati muka harbuu jala jirtuun si arge” jedhee isaaf deebise.

  • Yohaannis 6:64
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 64 Haa taʼu malee, isin keessaa kan hin amanne tokko tokko jiru.” Yesuus kana kan jedhe, warri hin amanne eenyu akka taʼanii fi dabarsee kan isa kennu eenyu akka taʼe jalqabumaa kaasee waan beekuuf ture.+

  • Mulʼata 2:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ani yaada keessa namaa jiruu* fi garaa isa qoru taʼuu koo gumiiwwan hundi akka beekaniif, ijoollee ishii dhaʼicha cimaadhaan nan ajjeesa; isiniifis dhuunfaatti akka hojii keessaniitti nan kenna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi