LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 21:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yesuusis deebisee akkana isaaniin jedhe: “Dhuguman isiniin jedha, amantii yoo qabaattanii fi yoo shakkuu baattan, wanta ani muka harbuu kana irratti godhe qofa utuu hin taʼin, gaara kanaan ‘Asii buqqaʼii galaana keessatti darbatami’ yoo jettan illee ni taʼa.+

  • Hojii Ergamootaa 1:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Haa taʼu malee, yommuu hafuurri qulqulluun isin irra buʼu humna ni argattu;+ Yerusaalemitti,+ guutummaa Yihudaa fi Samaariyaatti,+ akkasumas hanga andaara lafaatti+ dhugaa baatota koo ni taatu.”+

  • Hojii Ergamootaa 2:41
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 41 Kanaafuu, namoonni dubbii isaa gammachuudhaan fudhatan ni cuuphaman;+ guyyaa sanatti namoonni* gara 3,000 taʼan ni dabalaman.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi