Yohaannis 10:38 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 38 Hojii Abbaa koo nan hojjedha yoon taʼe garuu, yoo na amanuu baattan illee, Abbaan anaa wajjin tokkummaa akka qabuu fi anis Abbaa wajjin tokkummaa akkan qabu+ akka beektanii fi beekuu keessan akka itti fuftaniif hojiiwwan sana amanaa.”+ Yohaannis 17:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 kanan kadhadhus, hundi isaanii tokko akka taʼaniif,+ yaa Abbaa, akkuma ati anaa wajjin tokkummaa qabduu fi anis sii wajjin tokkummaa qabu,+ isaanis nuu wajjin tokkummaa akka qabaataniifi; kunis addunyaan akka ati na ergite akka amanuufi.
38 Hojii Abbaa koo nan hojjedha yoon taʼe garuu, yoo na amanuu baattan illee, Abbaan anaa wajjin tokkummaa akka qabuu fi anis Abbaa wajjin tokkummaa akkan qabu+ akka beektanii fi beekuu keessan akka itti fuftaniif hojiiwwan sana amanaa.”+
21 kanan kadhadhus, hundi isaanii tokko akka taʼaniif,+ yaa Abbaa, akkuma ati anaa wajjin tokkummaa qabduu fi anis sii wajjin tokkummaa qabu,+ isaanis nuu wajjin tokkummaa akka qabaataniifi; kunis addunyaan akka ati na ergite akka amanuufi.