LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 5:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kanaafuu, Yesuus akkana jedhee isaaniif deebise: “Dhuguma dhuguman isiniin jedha, Ilmi waanuma Abbaan isaa yeroo hojjetu arge qofa malee, ofii isaatiin kakaʼee wanta tokko illee hojjechuu hin dandaʼu.+ Sababiin isaas, waanuma Abbaan hojjetu hunda, Ilmis akkuma kanatti wantoota sana hojjeta.

  • Yohaannis 7:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Yesuusis akkana jedhee isaaniif deebise: “Wanti ani barsiisu, kan isa na erge sanaa ti malee kan koo miti.+

  • Yohaannis 12:49
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 49 Sababiin isaas, wantan jedhuu fi wantan dubbadhu Abbaa isa na erge sanatu na ajaje malee, ani ofii kootiin kakaʼee hin dubbanne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi