LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 6:56
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 56 Namni foon koo nyaatuu fi dhiiga koo dhugu hundi anaa wajjin tokkummaa ni qabaata; anis isaa wajjin tokkummaa nan qabaadha.+

  • 1 Qorontos 12:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Egaa isin qaama Kiristoosi;+ tokkoon tokkoon keessan dhuunfaatti kutaa qaama isaa ti.+

  • Efesoon 4:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Guutummaan qaamichaa+ karaa isaa wal simee kan wal qabate yeroo taʼu, tokkoon tokkoon buusaawwanii wanta isaaf barbaachisu kennaniin walitti hidhameera. Kutaan qaamaa hundi akka gaariitti yommuu hojii isaa hojjetu, qaamni sun akka guddatuu fi jaalalaan akka of ijaaru gochuu irratti gumaacha godha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi