Qolosaayis 2:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 inni mataa+ isa guutummaan qaamaa wanta isa barbaachisu irraa argatu sana, isa qaamni buusaa fi ribuudhaan tokkummaadhaan walitti hidhamee guddina Waaqayyo biraa argamuun+ akka guddatu godhu sana jabeessee hin qabatu.
19 inni mataa+ isa guutummaan qaamaa wanta isa barbaachisu irraa argatu sana, isa qaamni buusaa fi ribuudhaan tokkummaadhaan walitti hidhamee guddina Waaqayyo biraa argamuun+ akka guddatu godhu sana jabeessee hin qabatu.