22 Kana malees, wantoonni hundi miila isaa jalatti akka isaaf bitamanii+ fi gumichaa wajjin haala wal qabateen wanta hundumaa irratti mataa akka taʼu isa godheera;+ 23 gumichi qaama isaa ti,+ isaan kan guutame dhas; inni immoo wanta hundumaa wanta hundaan kan guutu dha.