-
1 Yohaannis 4:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatame Waaqayyo biraa kan dhufe taʼuu isaa kanaan beektu: Dubbiin geggeessaa hafuuraatiin dubbatamee fi Yesuus Kiristoos fooniin akka dhufe ibsu hundi Waaqayyo biraa kan dhufe dha.+
-