LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 1:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, Dubbichi foon taʼee+ nu gidduu jiraate; nutis ulfina isaa argine; ulfinni kunis ulfina akka ilmi tokkichi+ Abbaa irraa argatuu ti; inni gaarummaa Waaqayyoo isa guddaa fi dhugaadhaan guutamee ture.

  • 1 Qorontos 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Namni kam iyyuu hafuura Waaqayyootiin, “Yesuus abaaramaa dha!” jedhee akka hin dubbanne, akkasumas namni kam iyyuu hafuura qulqulluudhaan yoo taʼe malee, “Yesuus Gooftaa dha!” jechuu akka hin dandeenye akka beektan nan barbaada.+

  • Mulʼata 19:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Anis yeroo kanatti isa waaqeffachuuf miila isaa jalatti nan gombifame. Inni garuu akkana naan jedhe: “Of eeggadhu! Akkana hin godhin!+ Ani akkuma kee fi akkuma obboloota kee warra hojii waaʼee Yesuus dhugaa baʼuu+ hojjetan sanaa garbicha dha. Waaqayyoon waaqeffadhu!+ Sababiin isaas, raajiin kan dubbatamu waaʼee Yesuus dhugaa baʼuufi.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi