Maatewos 4:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Yeroo kanatti Yesuus, “Seexana nana, na duraa deemi! ‘Waaqa kee Yihowaa* waaqeffadhu;+ isa qofaaf tajaajila qulqulluu dhiheessi’+ kan jedhu barreeffameera” isaan jedhe. Yohaannis 4:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Haa taʼu malee, saʼaatiin waaqeffattoonni dhugaan hafuuraa fi dhugaadhaan Abbaa itti waaqeffatan ni dhufa; saʼaatiin sunis amma dha; sababiin isaas, Abbaan namoonni akkanaa akka isa waaqeffatan barbaada.+
10 Yeroo kanatti Yesuus, “Seexana nana, na duraa deemi! ‘Waaqa kee Yihowaa* waaqeffadhu;+ isa qofaaf tajaajila qulqulluu dhiheessi’+ kan jedhu barreeffameera” isaan jedhe.
23 Haa taʼu malee, saʼaatiin waaqeffattoonni dhugaan hafuuraa fi dhugaadhaan Abbaa itti waaqeffatan ni dhufa; saʼaatiin sunis amma dha; sababiin isaas, Abbaan namoonni akkanaa akka isa waaqeffatan barbaada.+