Zakkaariyaas 13:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Yaa goraadee nana, tiksee koo irratti,+Namicha isa michuu koo taʼe irratti kaʼi. Tiksee sana rukuti, hoolonnis haa bittinnaaʼan;+Anis warra xixinnoo taʼan irratti harka koo nan kaasa.” Maatewos 26:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Achiis Yesuus akkana isaaniin jedhe: “‘Ani tiksee sana nan rukuta, tuutni hoolotaas ni bittinnaaʼu’+ jedhamee waan barreeffameef, halkan kana hundi keessan sababii kootiin ni gufattu. Maarqos 14:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “‘Ani tiksee sana nan rukuta,+ hoolonnis ni bittinnaaʼu’+ jedhamee waan barreeffameef, hundi keessan iyyuu ni gufattu.
7 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Yaa goraadee nana, tiksee koo irratti,+Namicha isa michuu koo taʼe irratti kaʼi. Tiksee sana rukuti, hoolonnis haa bittinnaaʼan;+Anis warra xixinnoo taʼan irratti harka koo nan kaasa.”
31 Achiis Yesuus akkana isaaniin jedhe: “‘Ani tiksee sana nan rukuta, tuutni hoolotaas ni bittinnaaʼu’+ jedhamee waan barreeffameef, halkan kana hundi keessan sababii kootiin ni gufattu.
27 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “‘Ani tiksee sana nan rukuta,+ hoolonnis ni bittinnaaʼu’+ jedhamee waan barreeffameef, hundi keessan iyyuu ni gufattu.