LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Zakkaariyaas 13:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Yaa goraadee nana, tiksee koo irratti,+

      Namicha isa michuu koo taʼe irratti kaʼi.

      Tiksee sana rukuti, hoolonnis haa bittinnaaʼan;+

      Anis warra xixinnoo taʼan irratti harka koo nan kaasa.”

  • Maarqos 14:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Yesuusis akkana isaaniin jedhe: “‘Ani tiksee sana nan rukuta,+ hoolonnis ni bittinnaaʼu’+ jedhamee waan barreeffameef, hundi keessan iyyuu ni gufattu. 28 Haa taʼu malee, ergan duʼaa kaafamee booda, isin dursee gara Galiilaa nan dhaqa.”+

  • Yohaannis 16:32
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Saʼaatiin tokkoon tokkoon keessan kophaatti na dhiistanii gara mana mana keessaniitti itti faffacaatan ni dhufa; kunoo, ammuma iyyuu dhufeera.+ Taʼus, Abbaan anaa wajjin waan jiruuf, ani kophaa koo miti.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi