LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 4:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Namni bishaan ani isaaf kennu irraa dhugu hundi garuu matumaa hin dheebotu;+ kanaa mannaa, bishaan ani isaaf kennu sun isa keessatti burqaa bishaanii jireenya bara baraa kennuuf burqu ni taʼa.”+

  • Yohaannis 6:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Nyaata baduuf utuu hin taʼin, nyaata hin badnee fi jireenya bara baraa argamsiisuuf,+ isa Ilmi namaa isiniif kennu sanaaf hojjedhaa; sababiin isaas, Waaqayyo Abbaan, inni isa duratti fudhatama argachuu isaa argisiisuuf chaappaa isa irratti godheera.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi