LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Yohaannis 14:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Guyyaa sanatti ani Abbaa koo wajjin tokkummaa akkan qabu, isin anaa wajjin tokkummaa akka qabdanii fi anis isinii wajjin tokkummaa akkan qabu ni beektu.+

  • Yohaannis 17:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 “Ani gara kee waanan dhufuuf, kana booda addunyaa keessa hin jiraadhu; isaan garuu addunyaa keessa jiraatu.+ Yaa Abbaa Qulqulluu, akkuma nuti tokko taane* isaanis tokko akka taʼaniif* maqaa kee isa anaaf kennite sanaaf jedhiitii isaan eegi.+

  • 1 Yohaannis 3:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Kana malees, namni ajajawwan isaa eegu kam iyyuu isaa wajjin tokkummaadhaan jiraata; innis nama akkasii wajjin tokkummaa ni qabaata.+ Hafuura inni nuu kenneenis, inni nuu wajjin tokkummaadhaan akka jiraatu beekna.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi