Maatewos 11:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 Abbaan koo wanta hunda anaaf kenneera;+ Abbaa malee guutummaatti Ilma kan beeku tokko illee hin jiru;+ akkasumas Ilmaa fi nama Ilmi isatti mulʼisuu barbaadu qofa malee, guutummaatti Abbaa kan beeku tokko illee hin jiru.+
27 Abbaan koo wanta hunda anaaf kenneera;+ Abbaa malee guutummaatti Ilma kan beeku tokko illee hin jiru;+ akkasumas Ilmaa fi nama Ilmi isatti mulʼisuu barbaadu qofa malee, guutummaatti Abbaa kan beeku tokko illee hin jiru.+