-
Maarqos 14:69, 70Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
69 Achittis tajaajiltuun sun isa argitee ammas warra achi dhaabbataniin, “Inni kunis isaan keessaa tokko dha” jette. 70 Inni ammas ni gane. Yeroo muraasa boodas, warri achi dhaabbatan ammas Pheexirosiin, “Ati nama Galiilaa waan taateef, dhuguma iyyuu isaan keessaa tokko dha” jedhan.
-
-
Luqaas 22:58Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
58 Yeroo muraasa boodas namni kan biraan tokko isa argee, “Atis isaan keessaa tokko dha” jedhe. Pheexiros garuu “Namicha nana, ani isaan keessaa tokko miti”+ jedhe.
-