Yohaannis 18:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Achiis Simoon Pheexiros inni goraadee qabatee ture goraadee isaa luqqifatee gurra mirgaa garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+ Maqaan garbicha sanaa Maalkos jedhama ture.
10 Achiis Simoon Pheexiros inni goraadee qabatee ture goraadee isaa luqqifatee gurra mirgaa garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+ Maqaan garbicha sanaa Maalkos jedhama ture.