Maatewos 26:51 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 51 Warra Yesuusii wajjin turan keessaa tokko garuu goraadee isaa luqqifatee gurra garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+ Maarqos 14:47 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 47 Haa taʼu malee, warra achi dhaabbatan keessaa tokko goraadee isaa luqqifatee gurra garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+ Luqaas 22:50 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 50 Isaan keessaa tokko gurra mirgaa garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+
51 Warra Yesuusii wajjin turan keessaa tokko garuu goraadee isaa luqqifatee gurra garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+
47 Haa taʼu malee, warra achi dhaabbatan keessaa tokko goraadee isaa luqqifatee gurra garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+