LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 14:47
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 Haa taʼu malee, warra achi dhaabbatan keessaa tokko goraadee isaa luqqifatee gurra garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+

  • Luqaas 22:50
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 50 Isaan keessaa tokko gurra mirgaa garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+

  • Yohaannis 18:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis Simoon Pheexiros inni goraadee qabatee ture goraadee isaa luqqifatee gurra mirgaa garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+ Maqaan garbicha sanaa Maalkos jedhama ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi