-
Yohaannis 18:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Achiis Simoon Pheexiros inni goraadee qabatee ture goraadee isaa luqqifatee gurra mirgaa garbicha luba ol aanaa rukutee isa irraa kute.+ Maqaan garbicha sanaa Maalkos jedhama ture. 11 Yesuus garuu Pheexirosiin, “Goraadee kee manʼee isaatti deebisi.+ Ani xoofoo Abbaan anaaf kenne dhuguu hin qabuu?” jedhe.+
-