28 Achiis akkana isaaniin jedhe: “Yihudiin tokko nama qomoo kan biraa wajjin michuu taʼuun yookiin itti dhihaachuun akka isaaf hin heyyamamne+ akka gaariitti beektu; taʼus nama tokkoon illee xuraaʼaa yookiin qulqulluu kan hin taane akkan hin jenne Waaqayyo natti argisiiseera.+