Yohaannis 18:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Achiis Yesuusiin Qayyaafaa biraa gara mana jireenyaa bulchaa sanaatti geessan.+ Yeroon isaas ganama barii ture. Isaan garuu utuu hin xuraaʼin Faasikaa nyaachuu akka dandaʼaniif, ofii isaaniitii mana bulchaa sanaa hin seenne.+
28 Achiis Yesuusiin Qayyaafaa biraa gara mana jireenyaa bulchaa sanaatti geessan.+ Yeroon isaas ganama barii ture. Isaan garuu utuu hin xuraaʼin Faasikaa nyaachuu akka dandaʼaniif, ofii isaaniitii mana bulchaa sanaa hin seenne.+