-
Maatewos 27:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Bulchaan sun yeroo hunda guyyaa ayyaanaatti nama uummanni sun akka isaaniif hiikamu barbaadan kam iyyuu hiikuu barsiifata godhatee ture.+
-
-
Maarqos 15:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Inni yeroo hunda guyyaa ayyaanaatti nama uummanni sun akka isaaniif hiikamu gaafatan tokko ni hiika ture.+
-