LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maarqos 15:6-10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Inni yeroo hunda guyyaa ayyaanaatti nama uummanni sun akka isaaniif hiikamu gaafatan tokko ni hiika ture.+ 7 Yeroo sanatti namoota mootummaa irratti fincila kakaasuudhaan nama ajjeesanii hidhaman keessaa namni Barbaan jedhamu tokko jira ture. 8 Kanaafuu, namoonni sun dhufanii wanta Philaaxos isaaniif gochuu amaleeffatee ture akka isaaniif godhu gaafachuu jalqaban. 9 Innis deebisee, “Mootii Yihudootaa akkan isiniif hiiku ni barbaadduu?”+ isaaniin jedhe. 10 Philaaxos kana kan jedhe, dura buutonni lubootaa dabarsanii kan isa kennan hinaaffaadhaan akka taʼe+ waan beekuuf ture.

  • Yohaannis 18:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 Kana malees, akka barsiifata keessaniitti guyyaa Faasikaatti nama tokko isiniif nan hiika.+ Maarree, Mootii Yihudootaa akkan isiniif hiiku ni barbaadduu?”

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi