Yohaannis 13:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Barattoota keessaa tokko, inni Yesuus jaallatu sun,+ Yesuusitti siqee* taaʼee ture. Yohaannis 19:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Kanaafuu, Yesuus haati isaa fi barataan inni jaallatu+ naannoo sana dhaabbatanii yommuu argu, haadha isaatiin “Dubartii nana, ilaa ilma kee!” jedhe. Yohaannis 20:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, gara Simoon Pheexirosii fi barataa kan biraa isa Yesuus jaallatu+ sanaatti fiigdee dhuftee, “Gooftaa awwaalicha keessaa fudhataniiru;+ eessa akka isa kaaʼanis hin beeknu” isaaniin jette. Yohaannis 21:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yeroo kanatti barataan inni Yesuus jaallatu+ sun Pheexirosiin, “Gooftaadhaam!” jedhe. Simoon Pheexirosis inni Gooftaa taʼuu isaa yommuu dhagaʼu, qullaa isaa* waan tureef uffata isaa uffatee* utaalee galaanicha keessa seene.
26 Kanaafuu, Yesuus haati isaa fi barataan inni jaallatu+ naannoo sana dhaabbatanii yommuu argu, haadha isaatiin “Dubartii nana, ilaa ilma kee!” jedhe.
2 Kanaafuu, gara Simoon Pheexirosii fi barataa kan biraa isa Yesuus jaallatu+ sanaatti fiigdee dhuftee, “Gooftaa awwaalicha keessaa fudhataniiru;+ eessa akka isa kaaʼanis hin beeknu” isaaniin jette.
7 Yeroo kanatti barataan inni Yesuus jaallatu+ sun Pheexirosiin, “Gooftaadhaam!” jedhe. Simoon Pheexirosis inni Gooftaa taʼuu isaa yommuu dhagaʼu, qullaa isaa* waan tureef uffata isaa uffatee* utaalee galaanicha keessa seene.