Maatewos 14:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Heroodis* sababii Heroodiyaas haadha manaa obboleessa isaa Filiphoosiin kan kaʼe, Yohaannisiin qabee hidhuudhaan mana hidhaa galchee ture.+ Luqaas 3:19, 20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Haa taʼu malee, bulchaa koonyaa kan taʼe Heroodis sababii haadha manaa obboleessa isaa Heroodiyaasii fi hammina inni hojjete hundumaatiif Yohaannis waan isa balaaleffateef, 20 Yohaannisiin mana hidhaatti galchuudhaan caalaatti hammina hojjete.+
3 Heroodis* sababii Heroodiyaas haadha manaa obboleessa isaa Filiphoosiin kan kaʼe, Yohaannisiin qabee hidhuudhaan mana hidhaa galchee ture.+
19 Haa taʼu malee, bulchaa koonyaa kan taʼe Heroodis sababii haadha manaa obboleessa isaa Heroodiyaasii fi hammina inni hojjete hundumaatiif Yohaannis waan isa balaaleffateef, 20 Yohaannisiin mana hidhaatti galchuudhaan caalaatti hammina hojjete.+