Hojii Ergamootaa 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Akkuma tasaa sagaleen akka qilleensa jabaa bubbisuu taʼe tokko samii irraa ni dhagaʼame; mana isaan keessa taaʼan sanas ni guute.+ Hojii Ergamootaa 2:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 achiis hundi isaanii iyyuu hafuura qulqulluudhaan guutaman;+ akkuma hafuurri dubbachuu isaan dandeessisettis qooqa* adda addaatiin dubbachuu jalqaban.+
2 Akkuma tasaa sagaleen akka qilleensa jabaa bubbisuu taʼe tokko samii irraa ni dhagaʼame; mana isaan keessa taaʼan sanas ni guute.+
4 achiis hundi isaanii iyyuu hafuura qulqulluudhaan guutaman;+ akkuma hafuurri dubbachuu isaan dandeessisettis qooqa* adda addaatiin dubbachuu jalqaban.+