LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 3:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yaa mootii, ibiddichatti yoo darbatamne illee Waaqni keenya inni nuti tajaajillu ibidda bobaʼaa jiru sana irraas taʼe harka kee jalaa nu oolchuu ni dandaʼa.+ 18 Yaa mootii, utuma inni nu oolchuu dhiisee illee, nuti waaqolii kee akka hin tajaajille yookiin siidaa warqii ati dhaabde akka hin waaqeffanne beeki.”+

  • Hojii Ergamootaa 4:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Pheexirosii fi Yohaannis garuu akkana jedhanii isaaniif deebisan: “Waaqayyoon dhagaʼuu mannaa isiniin dhagaʼuun Waaqayyo duratti sirrii taʼuu fi dhiisuu isaa isinumti murteessaa. 20 Nuti garuu, waaʼee wantoota dhageenyee fi arginee dubbachuu keenya dhiisuu hin dandeenyu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi