Maatewos 28:2, 3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kunoo, kirkirri lafaa guddaan ni taʼe; sababiin isaas, maleekaan Yihowaa* samii irraa gad buʼee dhagicha gangalchee ture; innis dhagicha irra taaʼe.+ 3 Maleekaan sun bifti isaa akka bakakkaa ni ifa ture; uffanni isaas akka cabbii adii ture.+
2 Kunoo, kirkirri lafaa guddaan ni taʼe; sababiin isaas, maleekaan Yihowaa* samii irraa gad buʼee dhagicha gangalchee ture; innis dhagicha irra taaʼe.+ 3 Maleekaan sun bifti isaa akka bakakkaa ni ifa ture; uffanni isaas akka cabbii adii ture.+