Maatewos 10:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Namoota irraa of eeggadhaa; sababiin isaas, isaan mana murtiitti dabarsanii isin kennu;+ manneen sagadaa+ isaanii keessattis isin garafu.+ Maarqos 13:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 “Isin garuu of eeggadhaa. Namoonni mana murtiitti dabarsanii isin kennu;+ manneen sagadaa isaanii keessatti ni reebamtu;+ anaaf jettanii bulchitootaa fi mootota dura ni dhaabamtu; kunis isaaniif dhugaa baʼuuf isin gargaara.+
17 Namoota irraa of eeggadhaa; sababiin isaas, isaan mana murtiitti dabarsanii isin kennu;+ manneen sagadaa+ isaanii keessattis isin garafu.+
9 “Isin garuu of eeggadhaa. Namoonni mana murtiitti dabarsanii isin kennu;+ manneen sagadaa isaanii keessatti ni reebamtu;+ anaaf jettanii bulchitootaa fi mootota dura ni dhaabamtu; kunis isaaniif dhugaa baʼuuf isin gargaara.+