Maatewos 10:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Namoota irraa of eeggadhaa; sababiin isaas, isaan mana murtiitti dabarsanii isin kennu;+ manneen sagadaa+ isaanii keessattis isin garafu.+ Yohaannis 16:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Namoonni mana sagadaa keessaa isin ariʼu.+ Dhuguma iyyuu, saʼaatiin namni isin ajjeesu hundi+ Waaqayyoof tajaajila qulqulluu akka dhiheesse isatti dhagaʼamu ni dhufa.
17 Namoota irraa of eeggadhaa; sababiin isaas, isaan mana murtiitti dabarsanii isin kennu;+ manneen sagadaa+ isaanii keessattis isin garafu.+
2 Namoonni mana sagadaa keessaa isin ariʼu.+ Dhuguma iyyuu, saʼaatiin namni isin ajjeesu hundi+ Waaqayyoof tajaajila qulqulluu akka dhiheesse isatti dhagaʼamu ni dhufa.