LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 27:5-8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, inni saantima meetii sana mana qulqullummaa keessatti darbatee deeme. Achiis dhaqee of fannise.+ 6 Dura buutonni lubootaa garuu saantima meetii sana fuudhanii, “Kun gatii dhiigaa waan taʼeef, mana qabeenyaa isa qulqulluu taʼe keessa kaaʼuun seeraan dhorkamaa dha” jedhan. 7 Erga mariʼatanii boodas, keessummootaaf bakka awwaalchaa akka taʼuuf maallaqichaan lafa namicha suphe dhooftuu tokkoo bitan. 8 Kanaan kan kaʼes, lafti sun hanga harʼaatti Lafa Dhiigaa+ jedhamee waamama.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi