Hojii Ergamootaa 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 “Yaa obbolootaa, waaʼee Yihudaa isa namoota Yesuusiin qaban dura buʼee dhufe sanaa+ wanti hafuurri qulqulluun karaa Daawit Kitaabota Qulqulluu keessatti raajiidhaan dubbate raawwatamuun+ isaa barbaachisaa dha. Hojii Ergamootaa 1:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 (Namichi kun mindaa jalʼina hojjeteef isaaf kaffalameen lafa bite;+ mataadhaan kufees qaamni isaa ni tarsaʼe; marʼimaan isaa hundis keessaa jige.+
16 “Yaa obbolootaa, waaʼee Yihudaa isa namoota Yesuusiin qaban dura buʼee dhufe sanaa+ wanti hafuurri qulqulluun karaa Daawit Kitaabota Qulqulluu keessatti raajiidhaan dubbate raawwatamuun+ isaa barbaachisaa dha.
18 (Namichi kun mindaa jalʼina hojjeteef isaaf kaffalameen lafa bite;+ mataadhaan kufees qaamni isaa ni tarsaʼe; marʼimaan isaa hundis keessaa jige.+