LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hojii Ergamootaa 10:47, 48
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 47 “Namoonni akkuma keenya hafuura qulqulluu fudhatan kun bishaaniin akka hin cuuphamne namni isaan dhowwuu dandaʼu jiraa?”+ 48 Yeroo kanatti maqaa Yesuus Kiristoosiin akka cuuphaman isaan ajaje.+ Isaanis guyyoota muraasaaf isaanii wajjin akka turu isa kadhatan.

  • Hojii Ergamootaa 19:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Yommuu amantoota taatan, hafuura qulqulluu fudhattaniittuu?”+ isaaniin jedhe. Isaanis, “Hafuurri qulqulluun jiraachuu isaa iyyuu matumaa dhageenyee hin beeknu” jedhanii isaaf deebisan. 3 Kanaafuu inni, “Cuuphaa akkamii cuuphamtan ree?” isaaniin jedhe. Isaanis, “Cuuphaa Yohaannis” jedhan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi